Hojiileen Damee daldalaan hojjetaman bu’aa olaanaa galmeessaniiru – Dooktar Kaasahuun Goofee
Finfinnee, Ebla 21, 2017 (FMC) –Hojiileen Damee daldalaan hojjetaman bu’aa olaanaa galmeessuu Ministirri Ministeera Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa Dooktar Kaasahuun Goofeen…