Fana: At a Speed of Life!

Baatii Bitootessaa keessa Gatiin gurgurtaa Boba’aa haaluma Baatii Guraandhalaan itti fufa jedhame

Finfinnee, Guraandhala 23, 2017 (FMC) – Baatii Bitootessaa keessa Gatiin gurgurtaa Boba’aa Qinxaaboo haaluma Baatii Guraandhalaan kan itti fufu ta’uu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa beeksise.

Buufataalee fi Dhaabbileen boba’aa akkaataa labsii fi qajeelfama gurgurtaa fi bittaa boba’aan murtoo mootummaa hojiirra akka oolchan Ministeerichi hubachiiseera.

#Oromia #Ityoophiyaa

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.