Fana: At a Speed of Life!

Pireezidaanti Taayyeen Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Baangilaadiish yeroo hojii isaanii xumuran gaggeessan

Finfinnee, Bitootessa 17, 2017(FMC) – Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Baangilaadiish yeroo hojii isaanii kan xumuran Siikdar Boodiiruuzmaan gaggeessaniiru.

Ambaasaaddarichi turtii isaanii Itiyoophiyaan daraan gammadoo ta’uu eeruun, Itiyoophiyaan biyya seenaa qabeettiidha jedhan.

Itiyoophiyaan biyya jireenyaaf mijattuu ta’uu ishees eeraniiru.

Hariiroo dippiloomaasii Baangilaadiish Itiyoophiyaa waliin qabdu caalmaatti guddisuuf murannoo qabaachuu kaasaniiru.

Turtii Itiyoophiyaatti taasisaniin hojiilee hariiroo biyyoota lamaanii cimsan hojjechuu himuu TOI gabaaseera.

#Oromia #Ityoophiyaa

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.