Fana: At a Speed of Life!

Lammiileen Itiyoophiyaa 117 Jibuutiirraa gara biyyaa deebi’an

Finfinnee, Bitootessa 24, 2017(FMC) – Lammiileen Itiyoophiyaa 117 Jibuutiirraa gara biyyaa deebi’uu Embaasiin Itiyoophiyaa Jibuutiitti argamu beeksise.

Embaasichi Dhaabbata Godaansaa Idil-addunyaa waliin ta’uun lammiileen kunneen marsaa lamaan gara biyyaa akka deebi’an taasisuu ragaan Embaasicharraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.