Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa gara Magaalaa Shaarjaatti balallii haaraa jalqabuufi
Finfinnee, Bitootessa 30, 2017 (FMC) – Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Emireetoota Araba Gamtoomanii Magaalaa Shaarjaatti balallii haaraa jalqabuuf ta’uu beeksiise.
Caamsaa 24, 2017 jalqabee tajaajila balallii haaraa kan eegaluu himeera.
Torbeen balalliiwwan 4 gara magaalaa Shaarjaatti taasiisuuf ta’uu ragaan fuula Daandiin qilleensicharraa argame ni mul’isa.
#Oromia #Ethiopia