Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy Dura Taa’aa Komishinii Gamtaa Afrikaa waliin mari’atan

Finfinnee, Bitootessa 30, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Dura Taa’aa Komishinii Gamtaa Afrikaa Mahaammud Alii Yusuuf waliin mari’ataniiru.

Dhimmoota ijoo naannawaa fi nageenyaarratti mari’achuu Dooktar Abiy gama Miidiyaa Hawaasummmaa isaaniin ibsaniiru.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.