Fana: At a Speed of Life!

Walga’ii ariifachiisaan Mana Maree Hojii Raawwachiistuu Gamtaa Afrikaa taa’amuu eegale

Finfinnee, Ebla 7, 2017 (FMC) – Walga’ii ariifachiisaan Mana Maree Hojii Raawwachiistuu Gamtaa Afrikaa 24ffaan taa’amuu eegaleera.

Walga’icharratti Dura Taa’aa Komishinii Gamtaa Afrikaa Mahaammud Alii Yusuuf, Ministira Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos, Ministira Ministeera Dhimma Alaa Angoolaafi Dura Taa’aa Mana Marichaa Teetee Antooniiyoo, Ministiroonni Dhimma Alaa, Hoggantoonni Olaanoon dhaabbatichaa, Ambaasaaddaroonni, Dippiloomaatonniifi keessummoonni biroon argamaniiru.

Manni marichaa walga’ichaan miseensa Mana Maree Nageenyaafi Tasgabbii Gamtaa Afrikaa tokko kan filatu  ta’uu TOI gabaaseera.

Manni marichaa gabaasaalee addaa addaas ni dhaggeeffataan eegama.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.