Dooktar Abiy barreessaa olaanaa Paartii Kooministii Veetnaam waliin mari’atan
Finfinnee, Ebla 7, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad daawwannaa hojii Veetnaamiitti taasiisaa jiran cinaatti barreessaa olaanaa Paartii Kooministii Veetnaam waliin mari’ataniiru.
Dhimmoota siyaasaa, misoomaa fi bulchiinsaarratti mari’achuu Dooktar Abiy Ahimad fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.
#Oromia #Ethiopia