Fana: At a Speed of Life!

Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimadiifi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Veetnaamitti Yaadannoo Goototaafi Wareegamtootaa irra abaaboo  kaa’an

Finfinnee, Ebla 7, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadiifi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Veetnaamitti Yaadannoo Goototaafi Wareegamtootaa akkasumas bakka awwaalchaa Hoo Cii Miinii irra abaaboo kaa’aniiru.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.