Dambi Doolloo 1- 0 Gincii
Finfinnee, Ebla 13, 2017 (FMC)) – Taphoota Piriimeer Liigii Oromiyaa torbee 16ffaan Dambi Doolloon Giincii injifate.
Kilabiin Bulchiinsa Magaalaa Dambi Doolloo galchii 1 fi 0n Giincii injifachuun qabxii isaa 24’n ga’ateera.
Dambi Doolloon gabatee Sadarkaa yeroo torbee 16ffaan sadarkaa 4ffaa qabateera.
#Oromia #Ethiopia