Fana: At a Speed of Life!

Bu’a qabeessummaa bulchiinsa haqa yakkaa guddisuuf hojimaata qindaa’aa guddisuun barbaachisaa ta’uun ibsame

Finfinnee, Ebla 14, 2017(FMC) – Bu’a qabeessummaa bulchiinsa haqa yakkaa guddisuuf hojimaata qindaa’aa guddisuun barbaachisaa ta’uun ibsameera.

Ministirri Ministeera Haqaa Haannaa Ari’aayaasillaaseen hoggantoota Komishinii Poolisii Federaalaa waliin dhimmoota bu’a qabeessummaa bulchiinsa haqa yakkaa guddisuu danda’an irratti mari’ataniiru.

Waggaattan darban hojii waloon hojjetameen qorannoo yakkaa, balleessitoota himataafi falmii gama gaafachiisuutiin bu’aa gaariin argamuu ibsameera.

Ciminoota argaman itti fufsiisuun hanqinaalee mul’atan hambisuuf sirna bulchiinsa haqa yakkaa ijaaruuf qindoominaan hojjechuun barbaachisaa ta’uun eeramuu ragaan ministeericharraa argame ni mul’isa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.