Fana: At a Speed of Life!

Warshichi baatiwwan jahan darban Simmintoo kuntaala miiliyoona 12 gabaaf dhiyeessuun ibsame

Finfinnee, Ebla 16, 2017 (FMC) – Warshaan Simmintoo Naashinaalii Lammii baatiwwan jahan darban oomisha Simmintoo kuntaala miiliyoona 12 gabaaf dhiyeessuu beeksiseera.

Warshaan kun lammiilee kuma 1 oliif carraa hojii uumuu ibsameera.

Kanaanis gabaa tasgabbeessurra darbee damee ijaarsaaf kaka’umsa olaanaa ta’uutu eerame.

Warshichi guyyaan Simmintoo kuntaala kuma 100 fi kuma 50 ol oomishuuf dandeettii qabaachuu TOI gabaaseera.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.