Fana: At a Speed of Life!

Piriimeer Liigii Oromiyaan Leeqaan Gullisoo injifate

Finfinnee, Ebla 16, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Oromiyaa torbee 17ffaa har’a waaree booda taphatameen Leeqaan Gullisoo injifachuun sadarkaa isaa fooyyeeffate.

Leeqaan galchii 2 fi 1n Gullisoo injifachuun sadarkaa isaa gara 3ffaatti yoo fooyyefatu, Gullisoon carraa liigicha garaagarummaa qabxii 3’n dursuuf qabu osoo itti hin fayyadamiin hafeera.

Yuuniversiitiin Dambi Doolloo qabxii 29 liigicha yoo dursu, Gullisoon qabxii 29’n galchiin caalamee sadarkaa 2ffaarratti argama.

Leeqaan qabxii 26’n sadarkaa 3ffaa qabateera.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.