Fana: At a Speed of Life!

Gareen Deebii Saffisaa Raashiyaa-Afrikaa Yaadannoo Injifannoo Adwaa Daawwate

Finfinnee, Ebla 17, 2017 (FMC) – Afrikaarraa jalqaba kan ta’ee Gareen Deebii Saffisaa Raashiyaa- Afrikaa Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwateera.
Garichi leenjii waloo magaalaa Finfinneetti gaggeesseera.
Leenjicharratti Mootummaan Raashiyaa Laabraatorii Socho’aa Itiyoophiyaaf kennuun ni yaadatama.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.