Fana: At a Speed of Life!

Abbaan Gadaa Guyyoo Boruu Abbaa Gadaa Booranaa 72ffaa ta’uun Baallii fudhatan

Finfinnee, Guraandhala 30, 2017 (FMC) – Sirni walharkaa fuudhiinsi Baallii Gadaa Booranaa 72ffaan gaggeeffameera.

Guyyaa har’aa Abbaan Gadaa Booranaa 71ffaan Kuraa Jaarsoo Abbaa Gadaa Booranaa 72ffaa Guyyoo Boruuf baallii dabarsanii kennaniiru.

Sagantaan Walaharkaa fuudhiinsa Baallii Gadaa Booranaa 72ffaan Guraandhala 25,2017 irraa eegalee taateewwan garaagaraan gaggeeffamaa turuun kan yaadatamudha.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.