Akkaadaamichi Qondaaltoota Kaadhimamtoota waraanaa eebbisaa jira
Finfinnee, Guraandhala 29, 2017 (FMC) – Akkaadaamiin Loltummaa Itiyoophiyaa Qondaaltoota Kaadhimamtoota waraanaa Koorsii Qaanyaw marsaa 70ffaaf eebbisiisaa jira.
Itaamaajoorii Waliigalaa Raayyaa Ittisaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaa dabalatee qondaaltoonni waraanaa, Hoggantoonni Mootummaa, Ambaasaaddaroonni biyyoota garaagaraa fi Attaasheewwan waraanaa, akkasumas keessummoonni waamichi godhameef saganticharratti argamaniiru.
Kaadhimamtoonni kunneen leenjii irraa eegamu kan fudhatan ta’uu eerameera.
Andu’aalem Tasfaayeetu gabaase.
#Oromia #Ethiopia