Fana: At a Speed of Life!

Ambaasaaddar Baacaa Dabaleen Pireezidaanti Keeniyaa waliin mari’atan

Finfinnee, Guraandhala 3, 2017 (FMC)- Keeniyaatti Ambaasaaddarri Itiyoophiyaa Baacaa Dabaleen Pireezidaantii Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoo waliin mari’ataniiru.

Ambaasaaddar Baacaan Naayiroobiitti waltajjii ibsa dippiloomaasii Pireezidaanti Wiiliyaam Ruutoon irratti argamanirratti hirmaataniiru.

Waltajjicharratti Ambaasaaddar Baacaan Pireezidaanti Wiiliyaam Ruutoo waliin mari’achuu ragaan Keeniyaatti Embaasii Itiyoophiyarraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.