Fana: At a Speed of Life!

Ambaasaaddar Birhaanuu Tsaggaayeen Ministira Muummee Jibuutii waliin mari’atan

Finfinnee, Ebla 6, 2017 (FMC) – Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Birhaanuu Tsaggaayeen Ministira Muummee Jibuutii Abdulqaadir Kaamiil Omaar waliin mari’ataniiru.
Ambaasaaddar Birhaanuun turtii Jibuutitti taasisaniin Ministirri Muummee biyyattii hariiroon dippiloomaasii biyyoota lameenii akka cimuuf deeggarsa taasisaniif galateeffataniiru.
Michummaa biyyoota lameenii waggoottaf ture yeroo itti aanuus cimee kan itti fufu ta’uu ibsuu ragaan Jibuutiitti Embaasii Itiyoophiyaarraa argame ni mul’isa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.