Amisoomitti Raayyaan Ittisa Biyyaa Seektarri 3ffaan ergama nageenya kabachiisuu irratti dirqamasaa bahachaa jiru marsaa 6ffaaf Meedaaliyaa badhaafame Read more
Koree Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad hundeessaan Godina Matakkalitti hojii nageenya kabaachiisuun fudhate Read more
Komishiinarri Invastimantii Ityoophiyaa Leellisee Nameen ambaasaaddara Kooriyaa waliin mari’atan Read more
Godina Baalee Aanaa Gololchaatti hoomaa awwaanisaa mul’ate too’achuuf biifaan keemikaalaa raawwachaa jiraachu Biiroon Qonnaa fi Qabeenya Uumamaa Oromiyaa beeksise Read more
Projaktiin qarqara laga Awweetuu k Birrii miliyoona 600 caaluun hojjeetamuuf kontiraaktaroota sadii fi bulchiinsa magaalaa Jimmaa jidduutti waliigalteen mallattaa’e Read more
Miseensoonni mana maree bakka bu’oota FDRI ummataa karoora waggaa 10 irratti marii’achaa jiru Read more