Finfinnee, Amajjii 19, 2017 (FMC)-Godina Shawaa Kibba Lixaa Aanaa Bachootti shakkamtoonni maallaqa sobaan bittaa raawwataa turan to’annaa jala oolfamuu Komishiniin Poolisii Oromiyaa ibse.
Magaalaa Tulluu Boollootti shakkamtooni kunneen maallaqa sobaan Bittaa osoo raawwataa jiranii eeruu hawaasaan to’anna jala ooluun eerameera.
Hawaasni wayita bittaa fi gurgurtaa raawwatu namoota maallaqa sobaa naannessaan irra of-eeggannoo akka taasisuu ibsamuu ragaan Komishinii Poolisii Oromiyaarraa argame ni mul’isa.
#Oromia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.