Arsenaal 3 – 0 Riyaal Maadriid

Finfinnee, Bitootessa 30, 2017 (FMC) –Tapha nuusa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa jalqabaan Arsenaal Riyaal Maadriid injifate.

Tapha halkan kana sa’aatii 4:00 eegalee taphatameen Arsenaal galchii 3 fi 0n Riyaal Maadriid injifateera.

Tapha biroon Intermiilaan galchii 2 fi 1n Baayerni Muuniik injifateera.

#Oromia #Ityoophiyaa

Comments (0)
Add Comment