Atileet Tsiggee Dhugumaan fiigicha mana keessaa meetira 800 injifatte

Finfinnee, Guraandhala 1, 2017 (FMC) – Atileet Tsiggee Dhugumaan fiigicha mana keessaa meetira 800 Faransaay Magaalaa Meezitti fiigame injifatte.

Atileet Tsiggeen fageenyicha daqiiqaa 1:58.97 xumuruun injifachuu ragaan Atileetiksii Addunyaarraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ityoophiyaa

Comments (0)
Add Comment