Ayyaanni Iid Alfaxir waggaa 1446ffaan magaalaa Adaamaatti kabajame

Finfinnee, Bitootessa 21, 2017 (FMC) – Ayyaanni Iid Alfaxir waggaa 1446ffaan magaalaa Adaamaatti haala ho’aa ta’een kabajameera.

Ayyaanichi sirnoota amantichaa garaagaraan kabajameera.

 

Comments (0)
Add Comment