Ayyaanni Iid Alfaxir waggaa 1446ffaan magaalaa Jigjigaatti kabajame

Finfinnee, Bitootessa 21, 2017 (FMC) – Ayyaanni Iid Alfaxir waggaa 1446ffaan magaalaa Jigjigaatti kabajameera.

Ayyaanichi sirnoota amantichaa garaagaraan kabajameera.

Sirna kabaja Ayyaanichaarratti Pireezidaantii Naannoo Somaalee obbo Muusxafee Mahaammad dabalatee hoggantoonni olaanoon biroo argamaniiru.

 

Comments (0)
Add Comment