Ayyaanni Iid Alfaxir waggaa 1446ffaan magaalaa Samaraatti  kabajamaa jira

Finfinnee, Bitootessa 21, 2017 (FMC) – Ayyaanni Iid Alfaxir waggaa 1446ffaan magaalaa Samaraatti kabajamaa jira.

Ayyaanichi sirnoota garaagaraan haala ho’aa ta’een kabajamaa jira.

Comments (0)
Add Comment