Finfinnee, Bitootessa 22, 2017 (FMC) – Ayyaanni Shuwaaliid bara kanaa bifa tokkummaa sabdaneessummaa cimsuun akka kabajamuuf qophiin taasifamuu ibsameera.
Ayyaanichi mata duree “ Hambaalee Keenya Misooma Tuurizimii Keenyaaf” jedhuun akka kabajamu kominikeeshiniin Naannoo Hararii kabaja ayyaanichaa ilaalchisuun ibsa baaseen ifoomseera.
Guddina damee tuurizimii keessatti gahee olaanaa bahachuus ibseera.
Ayyaanni Shuwaaliid hambaa kiliyyaa Dhaabbata Barnootaa, Saayinsiifi Aadaa (UNESCO) Mootummoota Gamtoomaniitti galmaa’uun kan yaadatamudha.