Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Pireezidaantii Taayyee Atsqasillaaseef beekamtii kenne

Finfinnee, Bitootessa 5, 2017 (FMC) – Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Pireezidaantii FDRI Taayyee Atsqasillaaseef beekamtii kenneera.

Pireezidaanti Taayyeen beekamtii kennameefiif boordii daandii qilleensichaa dabalatee hojii raawwachiisaa olaanaafi miseensota maaneejimantii galateeffataniiru.

Daanadiin qilleensichaa damee indaastiriin dursummaa isaa cimsaa akka itti fufu amantaa qaban miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.

#Oromia #Ethiopia

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment