Dooktar Abiy Ahimad Godina Harargee Bahaatti hojii misooma sululaa daawwatan

Finfinnee, Bitootessa 2, 2017 (FMC)-  Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimadiifi Pirezidaantiin MNO Obbo Shimallis Abdiisaan Godina Harargee Bahaatti hojii misoomaa sululaa daawwatniiru.

Daawwannicharratti hoggantoonni mootummaa olaanoon  biroon argamaniiru.

#Oromia #Ethiophia

Comments (0)
Add Comment