Finfinnee, Ebla 8, 2017 (FMC) – Ministirri Muumee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Veetnaam Jeneraal Luuwoong Kuuwoongi fi Pireezidaantii Mana Maree Biyyaalessaa Tiraan Taanhii Maan waliin mari’ataniiru.
Dhimmoota ijaarsa biyyaa, tumsa siyaasaa, tattaaffii jijjiiramaa dabalatee dameewwan biroo hariiroo waloo biyyoota lamaanii caalmaatti cimsuuf dandeessisanirratti mari’achuu isaanii ibsameera.