Finfinnee, Bitootessa 15, 2017 (FMC) – Giddu Galli Aadaa Oromoo amaataroota ogummaa garaagaraan leenjisaa ture eebbisisuun ibsame.
Giddugalichi yeroo garaagaraatti dhaloota ogummaa aartin leenjisuun ogummaan aartii akka cimuu taasisaa jira.
Sirna eebbicharratti qondaaltonni Mootummaa, Abbootin Gadaa, Haadholiin Siinqee fi keessummoonni biroon argamaniiru.
Mulugeetaa Girmaatu gabaase.