Finfinnee, Bitootessa 26, 2017 (FMC) – Hoggantoonni Miidiyaaleefi Quunnamtii Uummataa Egzibiishinii Imala Mootummaa Naannoo Oromiyaa daawwataniiru.
Egzibiishiniin imala injifannoo Mootummaa Naannoo Oromiyaa waggoota torban darbanii qindeessummaa Biiroo Kominikeeshinii Oromiyaan gaggeeffamaa jira.
Hoggansi Miidiyaaleefi Quunnamtii Uummataa Naannoo Oromiyaas egzibiishinicha daawwachuu ragaan kominikeeshinii Oromiyaarraa argame ni mul’isa.
#Oromia #Ethiopia