Ispoortii

Ispoortii

Ijaarsa Istaadiyeemii Biyyaalessaa Adeey Ababaa xumursiisuuf waliigalteen Birrii biiliyoona 18.6 mallattaa’e

Finfinnee, Bitootessa 22, 2017 (FMC) – Ijaarsa Istaadiyeemii Biyyaalessaa Adeey Ababaa hafe waggaa lamaa asitti xumuruuf waliigalteen Birrii biiliyoona 18.6 mallattaa’e. Ijaarsa Istaadiyeemichaa hafe baatiiwwan 18 keessatti xumursiisuuf dhaabbata ijaarsaa Chaayinaa, ‘CCCC’ jedhamu waliin waliigalteen mallattaa’uu Ministirri Ministeera Aadaafi…
Read More...