Ispoortii
Abjuu osoo hin dhugoomin hafe, imala Shaambiyoonsi Liigii Awurooppaa Niwuukaastiil
Finfinnee, Mudde 4, 2016 (FBC) – Waggaa 20 booda gara Shaampyoonsi Liigiitti kan deebi'e Niwuukaastil, morkataa isaa AC miilaaniin 2-1n mo'amee dorgommichaan ala ta'eera.
Niwuukaastil muuxannoo dhabuu fi taphattootni isaanii hedduun jalaa miidhamuun qabxii barbaadu akka hin arganne isa taasiseera.
Niwuukaastil wayita PSG 4-1n mo'ate ramaddii…
Read More...
Liigii Olaanoo Itiyoophiyaan Shaggar Magaalaa Baatuu injifate
Finfinnee, Mudde 1, 2016 (FBC) – Taphoota Liigii Olaanoo Itiyoophiyaa torbee 6ffaan Kilabiin Magaalaa Shaggar 2-0 Kilaba Magaalaa Baatuu injifateera.
Tapha biroo har’a waaree dura taphatameen ammoo Kilabiin Magaalaa Naqamtee Buna…
Taphoota Piriimaayer Liigii Ingilaandi har’a taphatameen Maanchiister Siitiin yoo injifatu,…
Finfinnee, Sadaasa 30, 2016 (FBC) – Taphoota Piriimaayer Liigii Ingilaandi torbee 16ffaa har'a taphatameen Maanchiister Siitiin Luutoo Taawoon yoo injifatu, Cheelsiin Eevataniin injifatameera.
Siitiin Luutoo Taawoon goolii 2 fi 1n,…
Atileetoota Olompikii Paarisirratti hirmaataniif hojiin qorannoo fi to’annoo farra…
Finfinnee, Sadaasa 30, 2016 (FBC) – Atileetoota Olompikii Paaris bara Faranjootaa 2024 irratti hirmaataniif hojiin qorannoo fi to'annoo farra si'eessituu dursee eegalemuuf ta'uu Abbaan Taayitaa Farra Si'eessituu Itiyoophiyaa beeksise.…
Magaalaa Hawaasaatti deemsi miilaa namoota kuma 5 ol hirmaachise gaggeeffame
Finfinnee, Sadaasa 30, 2016 (FBC) – Magaalaa Hawaasaatti deemsi miilaa namoota kuma 5 ol hirmaachise kan kiiloo meetira 3 gaggeeffameera.
Deemsi kun mata duree 'Maanguddoota nan kabaja, eebba isaanitti ni quufa', jedhuun gaggeeffameera.…
Lattaasanbat Giday baadhaasa Naamusa Ispoortessummaa Idil Addunyaa mo’atte
Finfinnee, Sadaasa 29, 2016 (FBC)- Atileet Lattaasanbat Giday badhaasa naamusa Ispoortessummaa Idil Addunyaa injifatte.
Atilaat Lattaasanbat Giday badhaasichaa kan injifachuu dandeese dhalattuun Itiyoophiyaa lammiin Neezerlaandii Atileet…
Shaampiyoonaan Kilaboota Oromiyaa Olaantummaa Kilabii B/M/Adaamaan xumurame
Finfinnee, Sadaasa 29, 2016 (FBC)- Shaampiyoonaa kilaboota Oromiyaa 12ffaan Naannoo Oromiyaa Magaalaa Asallaatti gaggeefamaa ture olaantumma Kilabii Bulchiinsa Magaalaa Adaamaan xumurame.
Sirni cufiinsaa sagantichaarratti Hogganaan…