Ispoortii
Finfinneetti guddattoonni kumni 57 ol leenjii Ispoortii fudhataa jiru
Finfinnee, Hagayya 3, 2015 (FBC) - Magaalaa Finfinneetti guddattoonni kumni 57 ol leenjii Ispoortii fudhachaa jiraachuu Biiroon Dargaggoo fi Ispoortii magaalichaa beeksiseera.
Koorniyaa lamaaniinuu guddattoonni umriin isaanii waggaa 9 – 17tti jiran leenjicha fudhachaa jiraachuu eerameera.
Gosoota Ispoortii 23 akkaataa fedhii fi ga’umsa…
Read More...
Sa’aatiin Atleet Lammeechaa Girmaan fiigicha gufachiisaa meetira kuma 3 galmeesse riikardii…
Finfinnee, Hagayya 1, 2015 (FBC) – Sa'aatiin Atleet Lammeechaa Girmaan fiigicha gufachiisaa meetira kuma 3 Daayimandii Liigii Paarisiin galmeesse riikardii addunyaa ta'uun mirkanaa'eera.
Fiigicha gufachiisaa meetira kuma 3 Daayimandi…
Gareen Biyyaalessaa Ityoophiyaa tapha michummaa 2ffaa injifate
Finfinnee, Adoolessa 29, 2015 (FBC)- Gareen biyyaalessa Ityoophiyaa tapha michummaa 2ffaa Landan Yuunaayitid waliin taphateen 4 fi 2’n injifateera.
Taphata Suraafeel Daanyaachoo, Shimallis Baqqalaa, Aschaalawu Taammanaa fi Yihuun…
Ityoophiyaan tapha michoommaan Gayaanaa injifatte
Finfinnee, Adoolessa 27, 2015 (FBC) –Gareen Kubbaa miilaa biyyaalessa Ityoophiyaa gara Ameerikaa imaluun tapha michoommaan Kilaba Gayaanaa goolii 2 fi 0n injifateera.
Shimallis Baqqalaan daqiiqaa 11' fi 76' irratti waaliyaawwaniif goolii…
Ityoophiyaa 6 – 1 Zaanzibaar
Finfinnee, Adoolessa 25, 2015 (FBC) – Gareen kubbaa miilaa dubartootaa biyyaalessa Ityoophiyaa umrii waggaa 18 gadii gita isaa Zaanzibaar goolii 6 fi 1n injifateera.
Garichi tapha Waancaa Bahaa fi Giddu galeessa Afrikaa Taanzaaniyaatti…
Gareen Kubbaa miilaa Biyyaalessaa Ityoophiyaa tapha michummaaf Ameerkaa gale
Finfinnee, Adoolessa 24, 2015 (FBC)- Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Ityoophiyaa tapha michummaaf Ameerikaa galeera.
Garichi Ameerikaa Bulchiinsa Varjiiniyaa kan buufate yoo ta’u, guyyoottan ittaanaan shaakala akka taasisu eerameera.…
Biiniyaam Balaay fi Yooseef Taarraqanyi taphatoota Urjii ta’uun filaman
Finfinnee, Adoolessa 24, 2015 (FBC)- Taphataan Garee Kubbaa Miilaa Qiddus Giyoorgis Biiniyaam Balaay Piriimerliigii Beetkiingii Ityoophiyaa bara 2015 taphataa urjii ta’uun filame.
Waldaan Taphattoota Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa akka…