Ispoortii

Ispoortii

Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa tapha Giinii waliin qabu taphachuuf gara Moorookoo imale

Finfinnee, Bitootessa 12, 2015 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa tapha gulaallii Waancaa Afrikaa Giinii waliin qabu taphachuuf gara Moorookoo imaleera. Jilli garichaa taphattoota 23 of keessatti hammate kaleessa galgala gara Kaazaaabilaankaa imaluu isaa Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa beeksiseera. Garichi Waancaa…
Read More...