Ispoortii
Feestivaalli Ispoortii Barattoota Yuuniversiitiwwanii eegale
Finfinnee, Amajjii 17, 2017(FMC) - Waggoottan torban darbaniif adda citee kan ture Feestivaalli Ispoortii Barattoota Yuuniversiitiwwanii har'a Finfinneetti eegaleera.
Feestivaalli kun eegaluun faayidaan isaa guddaa ta'uu Ministirri Ministeera Barnootaa Piroofeesar Birhaanuu Naggaan sagantaa baniinsarratti argamuun ergaa dabarsaniin himaniiru.…
Read More...
Liiverpuul, Arsenaalii fi Niwuukaasiil morkattoota isaanii injifatan
Finfinnee, Amajjii 17, 2017(FMC) - Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 23ffaan Liiverpuul, Arsenaalii fi Niwuukaasiil morkattoota isaanii injifataniiru.
Liiverpuul galchii 4 fi 1n Ipisiiwiich, Niwuukaasiil galchii 3 fi 1n Saawuuz…
Boru taphni Maanchiister Siitiin Cheelsii waliin taphatu ni eegama
Finfinnee, Amajjii 15, 2017 (FMC) – Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 23ffaan taphni boru Maanchiister Siitiin Cheelsii waliin taphatu hawwiin eegama.
Taphoonni Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 23ffaan Boru waaree boodaa…
Taphoonni Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa 7ffaan har’aa eegaluun taphatamu
Finfinnee, Amajjii 13, 2017 (FMC) – Taphoota Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa 7ffaan taphni har’a Beenifikaan Baarseloonaa fi Atileetikoo Maadriid Leeverkuusan waliin taasiisan ni eegama.
Har’a halkan sa’aatii 2:45 eegalee…
Maanchister Yuunaayitid dirree isaarratti Biraayitaniin injifatame
Finfinnee, Amajjii 11, 2017 (FMC)- Tapha Piriimerliigii Ingiliz torbee 22ffaan Maanchister Yuunaayitid Dirree isaarratti Biraayitaniin 3 fi 1’n injjfatame.
Gama biraatiin Nootiingihaam Foorest Saawuzhaamtaniin, Eevertan ammoo…
Bireentifoord 0 – 2 Liiverpuul
Finfinnee, Amajjii 10, 2017 (FMC) - Taphoota Piirimiyeer liigii Ingilaandi galgala kana taphatameen Liiverpuur galchii 2 fi 0n Bireentifoord injifachuun dursummaa liigichaa cimsate.
Taphoota biroon Fuulhaam galchii 2 fi 0n Leestar Siitiin…
Atileet Itaalammaahu Sintaayyoo Maaraatoonni Doohaatti gaggeeffame injifatte
Finfinnee, Amajjii 9, 2017 (FMC)- Fiigicha Maaraatoonii Doohaatti gaggeffameen Atileet Itaalammaahu Sintaayyoo injifatteetti.
Atileet Itaalammaahu dorgommicha Sa’aatii 2 fi Daqiiqaa 21 fi sekoondii 43’n xumuruun yoo…