Ispoortii
Taphoota Piriimayeer Liigii Ingilaandiin boru taphni Maanchiisteer Yuunaayitiidii fi Siitii gidduutti taphatamu ni eegama
Finfinnee, Amajjii 5, 2015 (FBC) –Taphoonni Piriimayeer Liigii Ingilaandi torbee kanaa tapha har’a Astoon Viillaa fi Liidis Yuunaayitiid gidduutti taphatamuun eegalama.
Taphoota Piriimayeer Liigii Ingilaandi torbee kanaan taphni boru waaree booda sa’aatii 9:30 eegalee kilaboota masaanuu Maanchiisteer Yuunaayitiidii fi Maanchiisteer Siitii…
Read More...
Dorgommiin Chaan har’aa ni eegala
Finfinnee, Amajjii 5, 2015 (FBC) – Dorgommiin Shaampiyoonaa Kubbaa Miilaa Biyyoota Afrikaa 7ffaan har’a Aljeeriyaatti ni eegalama.
Dorgommii kanarratti biyyoonni Afrikaa 17 kan hirmaatan yoo ta’u, magaalota biyyattii 4 keessatti ni…
Sochiin ‘Maas Ispoortii’ Sadarkaa Oromiyaa Adaamaatti gaggeeffame
Finfinnee, Amajjii 5, 2015 (FBC)-Sagantaa sochiin 'Maas Ispoortii' guyyaa har'aa akka Oromiyaatti Magaalaa Adaamaatti gaggeeffame.
Kaayyoon sochii ga'umsa qaamaa ummattootaa kun Oromiyaatti Ispoorteessitoota ciccimoo sadarkaa…
Atileetonni Ityoophiyaa Maaraatoonii Boostanirratti ni hirmaatu
Finfinnee, Amajjii 4, 2015 (FBC)- Atileetonni Ityoophiyaa Fiigicha Maaraatoonii Boostanirratti koorniyaa lamaniin akka hirmaatan qopheessitoonni dorgommichaa beeksisan.
Dhiirotaan Atileet Leellisaa Deessisaa, Shuraa Qixxaataa,…
Sochiin “mass sport” guyyaa boruu akka Oromiyaatti ni gaggeeffama
Finfinnee, Amajjii 4, 2015 (FBC) – Sochiin "mass sport" akka Oromiyaatti namoota miiliyoona 1 ol hirmaachisu guyyaa boruu kan gaggeeffamu ta’uu Biiroon Dhimma Dargaggoo fi Ispoortii naannichaa beeksise.
Oromiyaatti Ispoorteessitoota…
Liyooneel Meesiin Waancaa Addunyaan booda tapha jalqabaa isaa injifannoon eegale
Finfinnee, Amajjii 4, 2015 (FBC) – Liyooneel Andereen Meesiin Waancaa Addunyaan booda tapha jalqabaa isaa Kilaba PSG taphaterrarri goolii lakkoofsiiseera.
Tapha Liigii 1ffaa Fireenchi eda galgala taphatameen PSGn goolii 2 fi 0n Angarsi…
Gareen biyyaalessa Ityoophiyaa tapha Chaaniif Aljeeriyaa gale
Finfinnee, Amajjii 4, 2015 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa biyyaalessa Ityoophiyaa tapha Chaaniif Aljeeriyaa galeera.
Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa tapha Shaampiyoonaa Kubbaa Miilaa Biyyoota Afrikaarratti hirmaachuuf wayita…