Ispoortii

Ispoortii

Shaampiyoonaan Ispoortii Aadaa fi Feestivaalli argisiisa aadaa Oromiyaa magaalaa Walisootti eegalame

Finfinnee, Amajjii 2, 2015 (FBC) – Shaampiyoonaan Ispoortii Aadaa fi Feestivaalli argisiisa aadaa Oromiyaa 28ffaan magaalaa Walisootti eegalameera. Shaampiyoonaan kun gosoota Ispoortii aadaa 10 fi argisisa aadaa garaagaraa kan gaggeeffamu ta’uu ibsameera. Shaampiyoonaa kana Godina Shawaa Kibba Lixaa fi Bulchiinsi Magaalaa Walisoo kan waloon…
Read More...