Ispoortii
Piriimeer Liigii Oromiyaan Sabbataan Dambi Doolloo injifate
Finfinnee, Amajjii 8, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Oromiyaa torbee 10ffaan Kutaan Magaalaa Sabbataa Magaalaa Dambi Doolloo injifateera.
Sabbataan galchii 3 fi 1n Magaalaa Dambi Doolloo injifateera.
#Oromia #Ethiopia
Read More...
Piriimeer Liigii Oromiyaan Gullisoon Mana Abbichuu injifate
Finfinnee, Amajjii 7, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Oromiyaa torbee10ffaan Gullisoon galchii 3 fi 1n Kutaa Magaalaa Mana Abbichuu injifateera.
Tapha waaree dura taphatameen ammoo Kutaan Magaalaa Galaan, Gincii waliin…
Piriimeer Liigii Ingilaandiin taphni har’a Arsenaal Tootenhaam keessummeessu ni eegama
Finfinnee, Amajjii 7, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 21ffaan taphni har’a Arsenaal Tootenhaam keessummeessu ni eegama.
Har’a halkan sa’aatii 5:00 jalqabee taphni darbii Kaaba Landan Arsenaal Tootenhaam…
Piriimeer Liigii Oromiyaan Gimbiin Leeqaa injifate
Finfinnee, Amajjii 5, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Oromiyaa torbee 10ffaa har’a taphatameen Bulchiinsi Magaalaa Gimbii Kilaba Leeqaa injifateera.
Tapha har’a waaree booda sa’aatii 8:00 eegalee Istaadiyeemii Wallaggaatti…
Yuunaayitiid Arsenaal injifate
Finfinnee, Amajjii 4, 2017 (FMC) – Tapha FA marsaa 3ffaan Maanchiister Yuunaayitiid Arsenaal injifateera.
Sa'aatiin idilee galchii 1 qixa xumuramuun rukkuttaa adda bahiinsaan Yuunaayitiid galchii 5 fi fi 3n Arsenaal injifateera.…
Dorrgommiin Shaampiyoonaa Guddattootaa Oromiyaa 9ffaan magaalaa Baatuutti eegale
Finfinnee, Amajjii 4, 2017 (FMC) – Dorgommiin madaallii leenjii guddattootaa 9ffaan qopheessummaa Biiroo Dargaggoofi Ispoortii Oromiyaan magaalaa Baatuutti eegalameera.
Shaampiyoonaa kanarratti Ispoortessittoonni Godinaalee,…
Falmii Waancaa FA Arsenaalii fi Maanchiister Yuunaayitiid gidduutti taasiifamu
Finfinnee, Amajjii 4, 2017 (FMC) – Waancaa FA'n Ingiliiziin taphni har'a Arsenaal Maanchiister Yuunaayitiid keessummeessu ni eegama.
Tapha marsaa 3ffaa FA'n morkiin sa'aatii 12:00 eegalee kilaboota lamaan gidduutti taasiifamu…