Ispoortii
Seeneegaal Biyya Afrikaa tapha moo’anii darbuu Waancaa Addunyaa 22ffaaf ga’uu mirkaneeffatte jalqabaa taate
Finfinnee, Sadaasa 20, 2015 (FBC) – Seeneegaalii fi Neezarlaandi tapha moo’anii darbuuf ga’uu mirkaneeffatan.
Taphni Waancaa Addunyaa har’a galgala sa’aatii 12:00 irraa eegalee Ekkuwaadoorii fi Seeneegaal gidduutti taphatame olaantummaa Seeneegaaliin xumurameera.
Goolii sarr daqiiqaa 44 ffaa fi Koulibaly daqiiqaa 70ffarratti galchaniin…
Read More...
Shaampiyoonaan Atleetiksii Kilaboota Oromiyaa marsaa 11ffaan eegalame
Finfinnee, Sadaasa 20, 2015 (FBC) – Shaampiyoonaan Atleetiksii Kilaboota Oromiyaa marsaa 11ffaan har'a magaalaa Asallaatti eegalameera.
Shaampiyoonaa kanaan kilaboota Oromiyaa 18 irra Atleetonni 1,000 ol yoo hirmaatan, gosoota dorgommii…
Biraaziil Siwiizarlaandiin injifachuun tapha gatanii darbuuf ceetee
Finfinnee, Sadaasa 19, 2015 (FBC)- Tapha Biraaziilii fi Siwiizarlaandii gidduutti taphatameen Biraaziil goolii 1 fi 0’n Siwiizarlaandiin injifatte.
Taphata Kaasaamiiroon goolii injifannoo kana daqiiqaa 83ffarratti Biraaziliif…
Kooriyaa Kibbaa 2 – 3 Gaanaa xumurame
Finfinnee, Sadaasa 19, 2015 (FBC) - Taphni waancaa Addunyaa Kooriyaa Kibbaa fi Gaanaa gidduutti Istaadiyeemii ‘Education City’tti taphatame Olaantummaa Gaanaan xumurameera.
Haaluma kanaan Gaanaan Kooriyaa Kibbaa 3 fi 2'n injifatteetti.…
Kaameruun 3 – 3 Sarbiyaa
Finfinnee, Sadaasa 19, 2015 (FBC) - Taphni waancaa Addunyaa 22ffaan Kaameruunii fi Sarbiyaa gidduutti Istaadiyeemii Al Januubitti taphatame goolii 3 qixa xumurame.
Castelletto daqiiqaa 29', Aboubakar daqiiqaa 63' fi Choupo-Moting…
Beeljiyam 0-2 Morookoo xumurame
Finfinnee, Sadaasa 18, 2015 (FBC)- Tapha Waancaa Addunyaa 22ffaan taphni Beeljiyamii fi Morookoo gidduutti gaggeeffameen Morokoon Beeljiyamiin 2 fi 0'n injifatte.
Tapha morkii cimaan irratti mul'ate kana daqiiqaa 73ffaarratti taphataa…
Tapha Waancaa Addunyaan har’a taphoota eegamantu taphatamu
Finfinnee, Sadaasa 18, 2015 (FBC)- Tapha Waancaa Addunyaa 22ffaa har’as itti fufee kan taphataman yoo ta'u, ramaddii 4’n taphoonni ramaddii 2ffaa ni taphatamu.
Haaluma kanaan ramaddii 5ffaa jalatti kan argaman Jaappaanii fi Kostaarikaan…