Ispoortii

Ispoortii

Tapha Gulaallii Waancaa Addunyaa dubartootaa umrii waggaa 17 gadiin Ityoophiyaan Ugaandaa waliin qixa baate

Finfinnee, Gurraandhala 25, 2014 (FBC) – Tapha Gulaallii Waancaa Addunyaa dubartootaa umrii waggaa 17 gadiin gareen kubbaa miilaa biyyaleessa Ityoophiyaan gita isaa Ugaandaa waliin goolii 2 qixa xumureera. Taphni Gulaallii har'a Ugaandaatti gaggeeffame goolii 2 qixa xumurameera. Taphni deebii Baatii Bitootessaa Finfinneetti kan taphatamu…
Read More...