Ispoortii
Tapha gulaallii waancaa Addunyaan Ityoophiyaan Gaanaa waliin qixa baate
Finfinnee, Sadaasa 2, 2014 (FBC) – Tapha gulaallii waancaa Addunyaan gareen kubbaa miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa gita isaa Gaanaa waliin qixa xumureera.
Goolii Andiree Ayyuu Gaanaaf lakkoofsiseen gareen kubbaa miilaa Biyyaalessa Ityoophiya durfamaa turuun xumura taphichaarraatti goolii Geetaanahi Kabbadaa galcheen goolii 1 qixaan…
Read More...
Astoonviilaan Isteevaan Jeeraard leenjisaa taasiisuun muude
Finfinnee, Sadaasa 2, 2014 (FBC) – Kilabni Ingiliz Astoonviilaan Isteevaan Jeeraard leenjisaa taasiisuun muudeera.
Kilabichi leenjisaa isaa Diin Ismiiz erga gaggeessee leenjisaa haaraa barbaadaa tureera jedhame.
Guyyaa har’aa…
Atleet Daawwiit Siyyuum fiigicha fageenya Km 5 riikkardii haaraa galmeessite
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2014 (FBC) –Fiigicha fageenya Km 5 Faransaay magaalaa liilitti gaggeeffameen Atleet Daawwiit Siyyuum riikkardii haaraa galmeessiteerti.
Figicha walmakaa gaggeeffame kanaan Atleet Daawwiiti Siyyuum fageenyicha…
Tootanihaam leenjisaa isaa gaggeesse
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2014 (FBC) – Tootanihaam Leenjisaa kilabichaa Nuunoo Espiritoo Saantoo gageessuu ifoomse.
Lammii Porchuugaal Joosee Morinoo gaggeessuun lammii Porchuugaal biroo Nuunoo Espiritoo Saantoo muuduun…
Ityoophiyaa 7 – 0 Jiibuutii
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2014 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa dubartootaa Biyyaalessa Ityoophiyaa umrii waggaa 20 gadii dorgommii seekaafaan gita isaa Jiibuutii goolii 7 fi 0n injifateera.
Dorgommii Kubbaa Miilaa biyyoota…
Maraatooniin Beejiing yaaddoo weerarri Vaayrasii Koroonaa uumeen dheerate
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2014 (FBC) - Maraatooniin Beejiing yaaddoo weerarri Vaayrasii Koroonaa Deeltaa jedhamu uumeen dheerachuu koreen qopheessaa dorgommichaa beeksise.
Dorgommiin maraatoonii kun eegaluuf guyyoonni 100 wayita…
Atleet Latasanbat Gidey walakkaa maaraatooniin riikkardii haaraa galmeessite
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2014 (FBC) - Atleet Latasanbat Gidey walakkaa maaraatoonii Vaaleenshiyaatti fiiggameen riikkardii haaraa galmeessifte.
Atleet Latasanbat Gidey dorgomicha sa'aatii 1 fi daqiiqaa 2 fi sekondii 51 xumuruun…