Ispoortii

Ispoortii

Sudaan Kibbaa 0 – 2 Keeniyaa

Finfinnee, Adooleessa 14, 2013 (FBC) – Tapha kubbaa miilaa biyyoota Bahaa fi Giddugaleessa Afrikaa umrii waggaa 23 gadiin Keeniyaan Sudaan Kibbaa 2 fi 0n injifatte. Dorgommii seekaafaa umrii waggaa 23 gadii qopheessummaa Ityoophiyaan gaggeeffamaa jiruun Keeniyaan Sudaan Kibbaa injifachuun ramaddii ‘C’ qabxii 6 dursuu eegalteerti.…
Read More...

Burrundii 3 – 0 Eertiriyaa

Finfinnee, Adooleessa 14, 2013 (FBC) – Tapha kubbaa miilaa biyyoota Bahaa fi Giddugaleessa Afrikaa umrii waggaa 23 gadiin Burrundiin Eertiriyaa 3 fi 0n injifatte. Dorgommii seekaafaa umrii waggaa 23 gadii qopheessummaa Ityoophiyaan…

Ityoophiyaa 3-3 Eertiriyaa

Finfinnee, Adooleessa 10, 2013 (FBC) – Dorgommiin tapha Kubbaa miilaa biyyoota Bahaa fi Giddugaleessa Afrikaa ‘Seekaafaa’ umrii waggaa 23 gadii Ityoophiyaa Eertiriyaa gedduutti gaggeeffame 3 qixa xumurame. Taphni baniinsaa garee…