Ispoortii
Waliigalteen istaadiyeemii magaalaa Finfinnee haaromsuuf dandeessisu mallatta’e
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2013 (FBC)- Komiishiniin Ispoortii FDRI istaadiyeemii magaalaa Finfinnee haaromsuu fi tajaajilaa sadarkaa isaa eeggatee laachuu akka danda’uu taasisuuf waliigaltee mallateesseera.
Waliigalticha kan mallateessaan Komiishiniin Ispoortii FDRI fi dhaabbata itti gaafatamummaan isaa murta’ee Freendiis Inijiinaariingidha.…
Read More...
Tapha Waancaa Awurooppaan Tuurki Weelsiin injifatamte
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2013 (FBC) - Taphoota Waancaa Awurooppaa Tuurkii fi Weelsi gidduutti gaggeeffame olaantummaa Weelsiin xummurameera.
Taphoota biyyoota ramaddii 'A' jalatti ramadaman gidduutti galgala sa'aatii 1:00 irraa eegalee…
Tapha Waancaa Awurooppaan Raashiyaan Fiinlaanda injifatte
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2013 (FBC) – Taphni Waancaa Awurooppaa Fiinlaandii fi Raashiyaa gidduutti gaggeeffame olaantummaa Raashiyaan xumurameera.
Ramaddii 'B' jala kan jiran Fiinlaandii fi Raashiyaa tapha har’a waaree…
Tapha Waancaa Awurooppaan Poorchuugaal Haangaarii injifaatte
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2013 (FBC) - Taphoota Waancaa Awurooppaa Haanagaarii fi Poorchuugaala gidduutti gaggeeffeen Poorchuugaala goolii 3 fi 0n Haangaarii injifatteerti.
Taphoonni biyyoota ramaddii 'F' jalatti ramadamanii galgala kana…
Tapha Waancaa Awurooppaan Cheek Rippaabliik Iskootlaandi injifatte
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2013 (FBC) – Tapha Waancaa Awurooppaa har’a waaree boodaa Iskootlaandii fi Cheek Rippaabliik gidduutti gaggeeffameen Cheek Rippaabliik goolii 2 fi 0n injifatteerti.
Schiik daqiiqaa 42ffaa fi 52ffaarratti…
Tapha waancaa Awurooppaan Weelsii fi Siwiizarlaand walqixa ba’an
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2013 (FBC) - Tapha waancaa Awurooppaa guyyaa 2ffaa har'a gaggeeffameen Weelsii fi Siwiizarlaand goolii 1 walqixa ba'aniiru.
Tapha Azaarbaajaan magaalaa Baakkuutti Weelsii fi Siwiizarlaand gidduutti geggeeffame…
Atileet Siifan Hasan irra deebiin rikkardii haaraa galmeessite
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2013 (FBC)- Atileet Siifan Hasan irra deebiin riikardii haaraa galmeessitetti.
Atileet Siifan Hasan fiigicha meetira 1500'n Filooreensitti gaggeeffameen daqiiqaa 3 Seekoondii 53 fi maaykiroo 63 xumuruun rikkardii…