Ispoortii
Taphoonni Shaampiyoons Liigii Awurooppaa marsaan duraa har’as itti fufuun ni gaggeeffama
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2013 (FBC) - Taphoota Shaampiyoons Liigii Awurooppaa marsaa duraan har’a galgala Baayer Muunikii Atleetikoo Maadriid, Liivar Puul Ajax waliin ni faimatu.
Taphoota Liigichaa har’a galgalaan gareewwan ramaddii 1ffaa hanga 4ffaa jalatti ramadaman gidduutti waliigala taphoonni 8 ni gaggeeffamu.
…
Read More...
Taphoota Shaampiyoons Liigii Awurooppaa eda galgala gaggeeffameen Maanchiister Yuunaayitiid PSG…
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2013 (FBC) - Taphoota Shaampiyoons Liigii Awurooppaa bara 2020/21 marsaa duraa eda galgala gaggeeffameen Maanchiister Yuunaayitiid PSG injifateera.
Taphoonni liigichaa eda galgala gareewwan…
Garee Atleetiksii Shaampiyoonaa walakkaa maaraatoonii Poolaand Giidiiniyatti hirmaateef baadhaasni…
Finfinnee, Onkololeessaa 9, 2013 (FBC) – Jila Atleetiksii Shaampiyoonaa Walakkaa Maaraatoonii addunyaa 24ffaa Poolaand magaalaa Giidiiniyaatti gaggeeffame irratti hirmaachuun injifannoon deebi’eef badhaasni laatameera.
Garee…
Atleet Hagos fiigicha Kiiloo Meetira 10 Xaaliyaanitti gaggeeffameen riikkardii iddichaa fooyyeessun…
Finfinnee, Onkololeessaa 9, 2013 (FBC) – Atleet Hagos Gabrahiyiwat fiigicha daandirraa fageenya Kiiloo Meetira 10 Xaaliyaanitti gaggeeffameen riikkardii bakkichaa fooyyeessuun moo’ate.
Atleet Hagos fageenyicha daqiiqaa…
Eevartaan Liivar Puul waliin qixa ba’e
Finfinnee, Onkololeessaa 7, 2013 (FBC) – Taphoota Priimeyar Liigii Ingilaand torbee 5ffaan taphni Eevartanii fi Liivar Puul gidduutti gaggeeffame goolii 2 qixaan xumurameera.
Taphni eelamee daqiiqaa 3ffaa irratti taphatan…
Kitaabni Komaandar Huseen Shiboo ‘Leenjisaa Adamsaa’ jedhu eebbifame
Finfinnee, Onkololeessaa 7, 2013 (FBC) –Kitaabni Leenjisaa Fageenya dheeraa Komaandar Huseen Shiboon barreeffame Kitaabni ‘Leenjisaa Adamsaa’ jedhu Hoteela Ilillii Internaashinaalitti eebbifame.
Sirna eebbaa kana irratti…
Shaampiyoonaa walakkaa maaraatoonii Poolaandiin Atleet Amdawarqi Waalelinyi Taaddasaa sadarkaa…
Finfinnee, Onkololeessaa 7, 2013 (FBC) - Shaampiyoonaa walakkaa maaraatoonii addunyaa 24ffaa Poolaand Giidiiniyaatti gaggeeffameen Amdawarqi Waalelinyi Taaddasaa sadarkaa 3ffaan xumure.
Shaampiyoonaa walakkaa maaraatoo…