Ispoortii
Liyooneel Meesiin bara 2020tti taphataa galii guddaa argatu ta’uu ibsame
Finfinnee, Fulbaana 5, 2013 (FBC) – Liyooneel Meesiin bara 2020tti taphataa galii guddaa argatu yoo ta’u,Kiristaanoo Roonaaldoon ammoo 2ffaa ta’uu ibsame.
Akka ragaan barruun Foorbis jedhamu baase agarsiisuutti taphataan Baarseloonaa Liyooneel Meesiin waggatti galii guddaa argachuun dursa jira.
BarruuN Foorbisitti…
Read More...
Taphoota Priimeyar Liigii Ingilaand eda galgalaan Cheelsiin fi Woolviis dirraan ala milkaa’an
Finfinnee, Fulbaana 5, 2013 (FBC) – Taphoota Priimeyar Liigii Ingilaand torbee jalqabaa eda galgalaan Cheelsiin Braayitan, Woolviis Sheefiild Yuunaayiitiid injifatan.
Taphoonni Priimeyar Liigii Ingilaand bara 202-2021 torbeen…
Atleetota dorgommiiwwan idil addunyaarratti hirmaataniif qorannaan dooppiingii eegale
Finfinnee, Fulbaana 5, 2013 (FBC) – Atleetota dorgommiiwwan idil addunyaarratti hirmaataniif qorannaan dooppiingii gaggeeffamuu eegaleera.
Waajjirri Farra Si'eessituu Biyyoolessaa Ityoophiyaa, Yuuniitii Intagriitii Atleetiksii…
Taphoonni Priimeyar Liigii Ingilaand torbeen jalqabaa galgala kana itti fufuun ni taphamu
Finfinnee, Fulbaana 4, 2013 (FBC) - Taphoota Priimeyar Liigii Ingilaand torbee jalqabaan galgala kana Cheelsiin Braayitan, Sheefiild Yuunaayiitiid Woolviis waliin ni falmatu.
Taphoonni Priimeyar Liigii Ingilaand bara 202-2021…
Taphoonni Priimeyar Liigii Ingilaand bara 2020-2021 torbeen jalqabaa Sanbataa fi Dilbata…
Finfinnee, Fulbaana 4, 2013 (FBC) – Taphoota Priimeyar Liigii Ingilaand bara 2020-2021 torbee jalqaban Liivar Puul, Arsenaal, Evartani fi Leesiister yoo milkaa’an, Tootanihaam injifatame.
Tapha torbee jalqabaa Sanbata Liivar…
Taphoota liigii biyyoota Awrooppaa eda galgalaan Faransaayii fi Beeljiyeem markattoota isaanii…
Finfinnee, Qaammee 4, 2012 (FBC) –Taphoota liigii biyyoota Awrooppaa sagal eda galgala taphatamaniin Faransaayii fi Beeljiyeem milkaa’aniiru.
Taphoota neeshin liigii Awrooppaa eda galgala taphataman sagal keessa taphoonn 7 injifannoo yoo…
Tapha Waancaa Liigii Biyyoota Awrooppaan Xaaliyaaniin Neezarlaand injifatte
Finfinnee, Qaammee 3,2012 (FBC) –Tapha Waancaa Liigii Biyyoota Awrooppaa eda galgala tapahameen Xaaliyaaniin, Poolaand, Noorweey fi Roomaaniyaan milkaa’aniiru.
Tapha Liigii biyyoota Awrooppaan eda galagala taphoonni 8…