Ispoortii
Baayar Muuniik si’a ja’affaaf waancaa chaampiyoonsi liigii Awrooppaa injifate
Finfinnee, Hagayya 18, 2012 (FBC) – Baayar Muuniik si'a ja'affaaf waancaa chaampiyoonsi liigii Awrooppaa injifate.
Kilabiin Jarman Baayar Muuniik kilabii Faransaay Paariis Seent Jarman tokkoof zeerodhaan injifachuudhan chaampiyoons liigii Awrooppaa 2019/20 injifachuu danda'eera.
Galchiin injifannoo kan argame tapha walakkaa lammaffaa daqiiqaa…
Read More...
Dorgommiin priimiyar liigii Ityoophiyaa gurguramuufi
Finfinnee, Hagayyaa 15, 2012 (FBC) – Dorgommiin priimiyar liigii Ityoophiyaa gurguramuufi.
Aksiyoonni priimiyar liigichaa dorgommicha qaamolee miidiyaa televiizhiniin dabarsuu danda'aniif gurguruufi.
Priimiyar…
Baayar Muuniik, Liyoon 3f 0dhaan injifachuun xumura shaampiyoons liigii Awrooppaaf darbe
Finfinnee, Hagayyaa 14, 2012 (FBC) – Baayar Muuniik, Liyoon 3f 0dhaan injifachuun xumura shaampiyoons liigii Awrooppaaf darbe.
Kilabiin Jarman Baayar Muuniik tapha xumura walakkaa kaleessa galgala gaggeeffameen, Olompiik…
Roonaald Kiiyuuman leenjisa Baarseeloonaa ta’an
Finfinnee, Hagayyaa 13, 2012 (FBC) – Roonaald Kiiyuuman leenjisaa Kilaba Ispeen Baarseeloonaan ta’uun muudadaman.
Leenjisaan duraanii garichaa Kiikee Seetiiyeen erga shaampiyoons liigiin injifatamanii booda gaggeeffamaniiru.…
Shaampiyoons liigii Awrooppaan PSG xumuraaf ga’e
Finfinnee, Hagayya 12, 2012 (FBC) – Tapha walakkaa xumuraa Shaampiyoons Liigii Awrooppaa eda galgala taphatameen Paariis Seent Jarmeen RB Laaypiziig injifachuun xumuraf ga’e.
Paariis Seent Jarmeen 3-0n RB Laaypiziig injifachuun yeroo…
Maanchiisteer Yuunaayiitiid Liigii Awrooppaa ala ta’e
Finfinnee, Hagayya 11, 2012 (FBC) – Tapha walakkaa xumuraa eda galgala taphatameen Maanchiisteer Seeviyaan injifatamuun liigichaa ala ta’e.
Seeviyaan 2-1 Maanchiisteer injifachuun yeroo 6ffaa tapha xumuraaf darbuu isaa…
Riikardiin waggoota 16f Atleet Qananiisaa Baqqalaatin qabamee ture dargaggoo Yuugaandatiin cabe
Finfinnee, Hagayya 9, 2012 (FBC) – Riikardiin waggoota 16f Atleet Qananiisaa Baqqalaatin qabamee ture dargaggoo Yuugaandatiin cabe.
Lammiin Yuugaandaa Jooshuwaa Cheepteegeen kaleessa Faransaay Moonaakootti dorgommii Diyaamand…