Ispoortii
Piriimeer Liigii Oromiyaan Sabbataan Muka Xurii, Galaan ammoo Gimbii injifatan
Finfinnee, Mudde 10, 2017 (FMC) – Piriimeer Liigii Oromiyaa torbee 2ffaan kilabni Kubbaa Miilaa Kutaa Magaalaa Sabbataa Muka Xurii, Galaan ammoo Gimbii injifataniiru.
Sabbataan galchii 2 fi 1n Muka Xurii yoo injifatu, Galaan galchii 1 fi 0n Gimbii injifateera.
Kilabiin Kutaa Magaalaa Sabbataa Injifannoo 2ffaa isaa galmeessuu ragaan…
Read More...
Viiniishiyas Juuniyer taphataa filatamaa bara kanaa FIFA ta’e
Finfinnee, Mudde 8, 2017 (FMC)-Taphataan Sarara fuulduraa Kilaba Kubbaa Miilaa Riyaal Maadiriid Viiniishiyas Juuniyer taphataa filatamaa bara 2024 FIFA ta’uun filatame.
Leenjisaan Riyaal Maadiriid Kaarloo Anchelootiin leenjisaa filatamaa…
Mudiriik yeroof dorgommiiwwan Kubbaa Miilaa Idil Addunyaa irraa dhorkame
Finfinnee, Mudde 8, 2017 (FMC)-Lammii Yukireen taphataan sarara qarqaraa Kilaba Cheelsii Miikaayeloo Mudiriik yeroof dorgommiiwwan Kubbaa Miilaa Idil Addunyaarraa ugguramuun ibsame.
Murtechi kan darbe taphatichi qorichaa si’eessituu…
Atileet Suutumee Asaffaa Kolkaataatti dorgommii fiigicha kiloo meetiraa 25 injifatte
Finfinnee, Mudde 7, 2017 (FMC)- Atileet Suutumee Asaffaa Hindi Kolkaataatti dorgommii fiigicha kiiloo meetira 25 gaggeeffame injifatteetti.
Atileet Suutumeen dorgommicha sa’aatii 1 fi daqiiqaa 19 fi seekoondii 17’n xumuruun injifachuu…
Maanchuriyaal darbiin 195ffaan olaantummaa Yuunaayitiidiin xumurame
Finfinnee, Mudde 6, 2017 (FMC) – Taphni darbii kilaboota Masaanuu magaalaa Maanchisteer, Siitiifi Yuunayitiid gidduutti yeroo 195ffaaf gaggeeffame olaantummaa Yuunaayitiidiin xumurameera
Maanchister Siitiin Istaadiyeemii Ithaadiitti…
Taphoonni Torbee 1ffaa Piriimeer Liigii Oromiyaa har’a eegala
Finfinnee, Mudde 6, 2017 (FMC) – Piriimeer Liigiin Oromiyaa yeroo jalqabaaf har'a Magaalaa Naqamtee Istaadiyeemii Wallaggaatti eegala.
Taphoonni Torbee jalqabaa Liigichaa bara 2017 har'a tapha Kilabiin Kubbaa Miilaa Leeqaa, Dambi Doolloo…
Atileet Nibrat Malaak fiigicha walakkaa Maaraatoonii Baangiseen injifate
Finfinnee, Mudde 6, 2017 (FMC) – Atileet Nibrat Malaak fiigicha walakkaa Maaraatoonii Taayilaand Choon Burii Baangiseenitti dorgomame injifate.
Atileet Nibrat fageenyicha sa'aatii 1 daqiiqaa 2 fi sekondii 32'n xumuruun injifateera.…