Ispoortii
Piriimeer Liigii Ingilaandiin Maanchiister Yuunaayitiidii fi Cheelsiin morkattoota isaanii injifatan
Finfinnee, Sadaasa 22, 2017 (FBC) – Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 13ffaa har'a waaree booda taphatameen Maanchiister Yuunaayitiidii fi Cheelsiin morkattoota isaanii yoo injifatan, Tootenhaam qixa bahe.
Maanchiister Yuunaayitiid galchii 4 fi 0n Eevartan, Cheelsiin galchii 3 fi 0n Astoon Viilaa yoo injifatan, Tootenhaam Fuulhaam waliin…
Read More...
Atileet Magartuu Alamuun Fiigicha Maaraatoonii Vaaleenishaa injiffatte
Finfinnee, Sadaasa 22, 2017 (FBC) – Atileet Magartuu Alamuun Fiigicha Maaraatoonii Vaaleenishaa har'a gaggeeffame injiffatte.
Atileet Magartuun fageenyicha sa'aatii 2 fi daqiiqaa 16 fi sekondii 49 xumuruun yoo injifatu, Atilee Xiruyyee…
Addabaabayii Michummaatti sosochiin ga’umsa qaamaa kutaalee hawaasaa hirmaachise gaggeeffame
Finfinnee, Sadaasa 22, 2017 (FBC) – Guyyaa farra malaammaltummaa 20ffaa sababeeffachuun Addabaabayii Michummaatti sosochiin ga'umsa qaamaa kutaalee hawaasaa hirmaachise gaggeeffameera.
Sosochiin ga'umsa qaamaa kun mata duree 'Qabsoon…
Weest haam 2 – 5 Arsenaal
Finfinnee, Sadaasa 21, 2017 (FBC) – Piriimeer Liigii Ingilaandiin Arsenaal Weest haam injifachuun sadarkaa isaa 2ffaatti fooyyeffateera.
Tapha darbii Landaniin Arsenaal galchii 5 fi 2n Weestihaam injifateera.
Arsenaal taphoota hanga…
Har’a taphni Westi Haam Yuunaayitid Arsenaal waliin taasisu ni eegama
Finfinnee, Sadaasa 21, 2017 (FBC)- Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 13ffaa har’a gaggeeffamaniin darbii Landaniin taphni Westi Haam Yuunaayitid Arsenaal waliin taasisu hawwiin eegama.
Har’a galgala sa’aatii sa’aatii 12:00…
Piriimeer Liigii Ingilaandiin taphni Liiverpuul morkataa isaa Maanchiister Siitii keessummeessu…
Finfinnee, Sadaasa 20, 2017 (FBC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 13ffaan har’aa eegaluun taphatamu.
Sagantaan torbee 13ffaa kun tapha har’a halkan sa’aatii 5:00 eegalee Biraayitan - Saawuuz Hampitan keessummeessuun…
Magaalaa Ambootti guyyaa sabaaf sablammootaa 19ffaa sababeeffachuun fiigichi Meetira kuma 5…
Finfinnee, Sadaasa 20, 2017 (FBC) – Guyyaa sabaaf sablammootaa 19ffaa akka Oromiyaatti Sadaasa 22, 2017 Magaalaa Ambootti kabajamu sababeeffachuun fiigichi Meetira kuma 5 gaggeeffameera.
Biiroon Dargaggoofi Ispoortii Oromiyaa, Waajjira…