Ispoortii
Taphni Piriimar liigii Arsenaalii fi Chalsii akkaan eegamaa dha
Finfinnee, Bitootessa 7, 2017(FMC) – Tapha piriimar liigii Ingiliz torbee 29ffaan taphni Arsenaalii fi Chalsii akkaan eegamaa jira.
Falmiin kilaboota lamaanii saa’atii 10:30 irraa eegalee Istaadiyamii Emreetis daawwattoota kuma 60 ol keessummeessutti taphatama.
Arsenaal taphoota bara dorgommii kanaatti taphate 28 keessaa 15 yoo injifatu, si’a…
Read More...
Dorgommiin xumuraa Waancaa Kaarabaa’oo galgala har’aa geggeeffama
Finfinnee, Bitootessa 7, 2017(FMC) - Dorgommiin xumuraa Waancaa Kaarabaa'oo galgala har'aa saa'a 1:30 irratti istaadiyeemii Wembileeyitti Liivarpuulii fi Niwukaasil Yuunaayitid gidduutti geggeeffama.
Liivarpuul tapha walakkaa xumuraan…
Dorgommii Maaraatoonii Se’uul Itiyoophiyaanonni injifatan
Finfinnee, Bitootessa 7, 2017(FMC) - Dorgommii Maaraatoonii Se'uul saala lamaaniinuu Atileetonni Itiyoophiyaa injifataniiru.
Dorgommicha ramaddii dhiiraan Atileet Haftuu Takiluu saa'atii 2 fi Daqiiqaa 5 sekoondii 37'n xumuruun…
Maanchiister Siitii 2 – 2 Biraayitan
Finfinnee, Bitootessa 6, 2017 (FMC) - Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 29ffaa galgala kana taphatameen Maanchiisteer Siitiin Biraayitan waliin galchii 2 qixa bahe.
Taphoota biroon Notingahaam Foresti galchii 4 fi 2n…
Fiigicha mana keessaa Shaampiyoonaa Addunyaan Atileetoonni Itiyoophiyaa bakka bu’an ifooman
Finfinnee, Bitootessa 6, 2017 (FMC) – Fiigicha mana keessaa Shaampiyoonaa Addunyaa bara 2025 Chaayinaa Naanjiingitti dorgomamurratti Atileetoonni Itiyoophiyaa bakka bu’an 14 ifoomaniiru.
Atileet Massalaa Nibratii fi Saamu’eel Tafarraan…
Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 29ffaan taphni Arsenaal Cheelsii keessummeessu ni eegama
Finfinnee, Bitootessa 6, 2017 (FMC) - Taphoonni Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 29ffaan har'aa eegaluun taphatamu.
Har'a waaree boodaa sa'aatii 12:00 eegalee taphoonni 4 kan taphataman yoo ta'u, falmiin Eevartan - Weest Haam,…
Roonaaldoon filannoo Pireezidaantummaa Biraaziil keessaa of baase
Finfinnee, Bitootessa 3, 2017 (FMC) - Taphataan Kubbaa Miilaa duraanii Biraaziilii fi Riyaal Maadriid Roonaaldoo Liwiis Naazaariiyoo Diiliimaan filannoo Pireezidaantummaa Federeeshinii Kubbaa Miilaa Biraaziil keessaa of baasuu ifoomseera.…